相關動態
顯示 5/5 條
2026-04-27 21:39
12.3K
16
18
Manneen Barnootaafi Barsiisota Sagantaa Tutoriyaalii Barattootaaf Kennaa Jiran Galateeffataman.
--------------
BBO- Ebla 19/2018 Hogganaan Biiroo Barnootaa Oromiyaa Dr. Tolaa Bariisoo Manneen Barnootaafi Barsiisota qabxii barattoota isaanii fooyyessuuf barattoota 12ffaa, kutaa 8ffaafi 6ffaa sagantaa tutooriyaalii qopheessuun kennaa jiran galateeffataniiru.
Keessattu, barsiisota barattoota isaanii yeroo boqonnaa isaanii kaffaltiifi haalduree tokko malee dhaloota ceesisuuf barsiisaa jiran mann
❤
85
👍
30
🔥
1
2026-04-30 03:46
8.1K
1
4
Haala Itti Fayyadama Bajataafi Maddisiisa Galii Keessoo Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad.2ffaa Irratti Mariin Taasifame.
------------------
BBO- Ebla 21/2018 Haala itti fayyadamaa bajata mootummaafi maddisiisa galii keessoo MBIBA Sad.2ffaa irratti dura bu'oota Manneen Barnootaa Ifa Boruu Bultii Addaa Sad. 2ffaa waliin mariin guyyaa tokkoo Giddu Gala QLBtti gaggeeffameera.
Hubannoo itti fayyadama bajata mootummaafi galii keessoo maddisiisun of danda'uu manneen barnootaa irratti i
❤
21
👍
6
2026-04-30 03:49
8.2K
5
26
https://t.me/BirooBarnotaaOromiya
❤
14
👍
7
😁
4
2026-04-30 03:49
8.9K
35
https://t.me/BirooBarnotaaOromiya
2026-04-30 15:50
6.7K
9
📛 Qormatta Kuttaa 6, 8 fi 12 kan baraa 2017 argachu barbadu❓
⚠️ Eyyen ❕ Yoo Ta'ee Join Kan jedhu tuqun amma argachu ni dandessu.
👇👇👇👇👇👇👇👇
❤
43
👍
10
👏
12
😁
13